Hiibboo Deebii Waliin 3.0 Apk

Hiibboo Deebii Waliin 3.0 icon
Category: Entertainment
Requires: Android 4.1 and up
Curent version: 3.0
Updated: 25.05.2021
Price: Free
Size: 4.8 Mb
Download: 188

Rate saved, Thank!

0 (0 votes)

Description of Hiibboo Deebii Waliin

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Read more...

Images

Share this App

Also from Keenyaa.com Technologies

Similar apps

Afan Oromo - Islamic QUIZ Gaaffii fi Deebii App 6.0 Apk

Afan Oromo - Islamic QUIZ Gaaffii fi Deebii App

Books & Reference
Deresaw Infotech
8.33 Mb
Download Apk
Ortodoksiin Deebii Qabdii 1.0 Apk

Ortodoksiin Deebii Qabdii

Books & Reference
Abraham Sisay
4.1 Mb
Download Apk
Ortodoksiin Deebii Qabdi. 2.5 Apk

Ortodoksiin Deebii Qabdi.

Education
Cassiopeia Systems ( Abraham Sisay )
5.48 Mb
Download Apk
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo 8.7.3z Apk

Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo

Word
Abdulwasi Apps
16.95 Mb
Download Apk
HIIBBOO?  Hibib Afan Oromoo 3.2 Apk

HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Puzzle
OromNet Software and Application Development
4.02 Mb
Download Apk
About Privacy Policy Feedback Report a policy violation